Submit Your Story
Seenaa Keessan Galchaa
We keep identities anonymous upon request. People can also choose not to be anonymous.
We can use a framework for sharing stories that obscures the identity of the survivor, for those wanting anonymity.
Survivors are to submit written accounts of what they have experienced in Afaan Oromo, English, or Amharic.
When they submit they are consenting that the information go on the site
We respond with our accompanying write-ups to get consent. Write-ups frame the story.
We provide feedback on any resource that we get that could support the survivor in pursuing justice.
Gaaffii yoo dhiyeessan eenyummaa akka hin beekamne ni eeganna. Namoonni maqaa isaanii dhoksuu dhiisuu filachuus ni danda’u.
Seenaa eenyummaa nama lubbuun hafe dukkaneessuuf, warra maqaan isaanii akka hin dhahamne barbaadaniif, bu’uura fayyadamuu dandeenya.
Namoonni lubbuun hafan seenaa Afaan Oromoo, Ingiliffaa, ykn Amaariffaan waan isaan mudatan barreeffamaan dhiyeessuu qabu.
Yeroo dhiyeessan odeeffannoon sun marsariiticha irratti akka deemu hayyamaa jiru.
Hayyama argachuuf barreeffama keenya waliin jiruun deebii kennina. Barreeffamoonni seenaa sana frame godhan.
Qabeenya argannu kamiyyuu kan nama lubbuun hafe haqaa hordofuu keessatti deeggaru danda’u irratti yaada kennina.